Morkii seeraa waggootii kudhaniif gaggeefamaa ture irratti, manni murti olaanaa Maleezhiyaa qajeelfama Kiristaanoonni Waaqayyoo jechuuf jecha '‘Allaah” jedhu akka hin fayyadamneef dhorku akka haqamuuf ...